Burka Tech chaanaalii beekumsa teknooloojiitiin dhaloota qaruuf hundaaye yoo ta'u, odeeffanoowwan teknooloojii haarawaa dhiyeessuu, rakkoolee kompiitaraan walqabatan haala itti furru barsiisuu, website akkaataa develop itti goonu barsiisuu, odeffannoo AI waliin walqabata qooduu akkasumas akkaataa online business garaagaraa eegaluu itti dandeenyu fi mata dureewwaan kanaan walqabatan chaanaalii keenya kana irratti ni baratama. Kanaaf wantoota kana irratti fedhii kan qabdan taanaan SUBSCRIBE gochuun nu faana bu'aa.