Akkam jirtu jaallatamtootaa fi kabajamtoota ummata baldhaa saba #Oromookoo. kun chaanaalii #oromocentral dha . Chaanaaliin kun chaanaalii dhaloota haaraa waan haaraa barsiisuuf banameedha .Tamsaasaa yaalii isaa jalqabuuf qophii isaa xumuree isin eegaa jira. Wanti isin irraa eeggamu yoo jiraate ,maatii ta'uu qofa . #subscribe #share #like godhuun nu faana ta'uu keessan nubeeksisaa.
chaanaaliin kun qophiilee :-
1.dokimentarii afaan oromoon
2.qophii xin sammuu
3.odeessaale teknoolojii
4.dinqisiisoo kurnan..fi sagantaalee ajaa'ibsiisoo isiinif qabatee dhufaa jira. ITTI DHIHAADHAA!!
#oromiyaa #oromo #visionentertainment #galaanaagaaromsaa2021#oromia11
#Visionentertainment2021 #OMN #oromia11 #aanaatube #aanaa, oromia, #oromia11, #oromiamedianetwork, #oromiamedianetworklivetoday, #oromia24, #oromiamedianetworktodaynews, #orominew music, oromia united, oromo music, oromia national media, oromia new music 2021, oromia 11 show, oromia 11 home beatz ,kabbitoo haaraa,