in the future - u will be able to do some more stuff here,,,!! like pat catgirl- i mean um yeah... for now u can only see others's posts :c
Wayyoo!Yaa garaa waa dhale.Daa'ima isaanii Onneen Dhukkubsatte Qr. Mil.1.5 Gaafataman Dhabuun Hosphitaalaa Sagalee Lallaba dhabdeen Waa dhabaan Dhala isaanii dhabaa jiraachuu nubiraan gahan.
Mucaan Kun Dhalataa Aanaa Doobbaa Araddaa Badhaasaati. Nawaay Gaashaaw ja'ama. Galii xiqqaa Hojii guyyaa hojjatee argatuun magaalaa Shaashamanneetti maatiisaa jiraachisaa osoo jiruu, Yeroo Ammaa Daa'imni isaa kan ji'a 10'nii dhibee onnee hamaadhaan duraa dhibamee gara magaalaa Finfinnee yaalaaf riifar ja'amee achitti rakkoo hamaa keeysa jira.
Rabbiin Dhibdee ilmoo teessanii isin hin garsiisin...!!!
Yaa Obbaleewwan koo!Kan Biyya keessaafi Biyya alaas jirtan,Maatii Maallaqa dhabuun,Dhala isaanii dhabaa jiran tanaaf,Waan qabdaniin itti dirmadhaa.Imimmaan Dhabni Cobse,imimmaan Nama keessatti Nama dhabee jige kana haa qoorsinu.Maaloo Namni Namaan tinnifamaa Daa'ima kichuu tanaa haa baraarru
Warri maallaqaan gargaaruu dandeeysan akkaawuntii isaa
1000253472093 Neway Gashaw Tefera.
Kallattiin isa argachuuf
Bilbila 0916128648
Neway Gashaw Tafarraa,
Abbaa daa'ima kichuu kanaati.
0 - 0
Media Ummataa