Chaanaalii kanarratti viidiyoowwan guddina gahumsa dhuunfaa (Personal development), kaka'umsaa (motivational), Gaarii yaaduu (Positive thinking) fi Yaada guddinaa (growth mindset) bifa seenaalee gaggabaaboo hedduu nama barsiisanii, walaloo hedduu nama kakaasanii, haasawa kaka'umsaa, keessa deebii kitaabotaa, viidiyoowwan garagaraa irratti reaction hojjachuudhaan, seenaalee namoota milkaa'oo, fi bifa gaaffiifi deebiitiin kan isiiniif dhihaatu ta'a.
Isinis daaw'awwadhaatii namoota birootiifis qoodaa. Like gochuu fi yaada qabdanis nuuf kennuun nu jajjabeessuu hin dagatinaa.
Viidiyoowwan kanniin guyyaa guyyaadhaan argachuuf YouTube keenna (@simaantube) subscribe godhaa, Tiktookii, Facebook fi Instagram keenna irrattis nu hordofaa.
Waliin taanee egeree teenna haa ijaarru!
#Dammaqiqomookoo!
Waan maatii keennaa taatanii nu jajjabeessitaniif hedduu galatoomaa fayyaa ta'aa!