in the future - u will be able to do some more stuff here,,,!! like pat catgirl- i mean um yeah... for now u can only see others's posts :c
#Alhamdulillah🙏
Kun jalqaba malee dhuma kiyya miti.
Gama media hawassummaa #YOUTUBE 15k Subscribe/ hordoftoota 15000 Horachuu kiyyaa ni yaadatama.
Itti aansuun namoonni hojii kiyya jalatanii na hordoftan hundi keeysanuu galatooma isiinin jechuun barbaada🙏.
Galatooma hordoftoota koo qaqalii fi gaggaarii namaa heddu takka naaf galatooma.
Ammallee namoonni osoo subscribe hin vedio keenya dawwachaa jirtan vedio dawwachuu keeysaaniif galatooma garuu Subscribe godhaa akka vedio keenya akkuma gad dhiifneen akka isin dhaqqabuuf
26 - 0
#Orofun_2B_not_Jalo_Juice
#50000_Subscribe
#CONGRATULATION
#youtubechannel_Subscribe_50k
@Orofun2Bnotjalojuice37
Cartoon Animation baga gammaddan baga gammanne hiriyaa koo.
Ammallee ganaadha 1000k seenuf teeysa inshaa allah kun jalqaba keeti malee xumura keeti miti jabaadhu
17 - 0
Harargeedha jiraa kaniin an jalaadhe gooticha afran qalloo je'ee sii filadhe .♥️♥️♥️
Horaa bulaa
Mayraa dagaaga
Maatii jalaala
64 - 3
Hordoftoota Koo qaqalii fi gaggaarii namaa nu hordofuu keeysaniif heddu takka galatooma isiniin jechuun barbaada.
Akkuma suuraa asii gadiirrati arkiitan kana, maalif jennaan nama #SUBSCRIBE godhee video keenya laalu caala nama UNSUBSCRIBE/osoo hin godhiin video keenya laaluuti irra hedduudha😢.
Please 🙏 namni video keenya laale/te osoo Subscribe hin godhiin akka bira kunne hadaraan isiinin ja'a 🖐
18 - 3
Welcome to our YouTube channel ORO KHAN HD On this channel you can find funny stories that are entertaining and other jokes every day. I hope you enjoy and have fun here. I love you all folks . I suggested Subscribing to my YouTube channel. Thank you!
link Facebook
www.facebook.com/hegeree.vine