AS WR WB Akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota you tube channel bilal school baga nagaan gama you tube channel keenya dhuftan nageenyii rabbi bakka jirtaniiti isiin ha dhaqabu.
Manni barnoota bilaal gama social media tiin barumsa kannuuf qophaawee waan jiruuf you tube channel isaa subscribe gootanii akka barnoota yero yeroon gad lakkifamu dawwachuu ni dandeessan akka daawattan kajabaafi jaalalan isiin afeerra.
#Barumsi mana utubaa hin qabne jaara. Walaalli mana jabaafi kabajaa diiga.