Baga gara channel kiyyaatti nagaan dhuftan,
Channel kiyya kun 'TOP ENTERTAINMENT' jedhamaa. Video Kiliippii sirboota Afaan Oromoo, Dhimmoota adda addaa irratti hubannoo akka argataniif Tutorial kan isiniif hojjanuu yoo ta'u, Oduu (News) Qophiilee boohartii (Entertainment's), Fiilmiiwwan (Movies) Diraamaa Siitkoomii (Sitcom Dramas) Fi Talk Show Barsiisaa nama booharsan kan argattan ta'u waadaa isiniif galuun barbaadaa. Isiniis Maatii channel kiyyaa kana ta'uun akka na hordooftan kabajaa guddaadhaan isin Affeeraa. Subscribe gochuun Maatii TOP ENTERTAINMENT ta'aa isiniin jennaa. Galatoomaa! HORAA BULAA DEEBANAA!!