in the future - u will be able to do some more stuff here,,,!! like pat catgirl- i mean um yeah... for now u can only see others's posts :c
Baga Gara Chaanaalii Hundaaf Tech Dhuftan!!!
Chaanaalii Kana Irratti Viidiyoowwan Isin Argachuu Dandeessan, Viidiyoowwan:
Teeknoloojii (Tech Tutorials),
Kaka'uumsaa (Motivational) fi kkf.
Viidiyoowwan Teeknoloojii Fknf:
Hojiiwwan Online (How To Make Money Online),
Ijaarsa Sooftiweerii (Software Development),
Waa'ee Sooftiweeriwwan Hojii Nuuf Salphisanii (Productivity Softwares) fi kkf.
Sababni Chaanaalin Kun Banameef, Dargaggoonni:
1. Akka Isaan Teeknoloojii Waliin Sirriitti Wal-Baran Gochuuf.
2. Chaanaalin Kun Kaka'uumsa Akka Isaanif Ta'uuf.
3. Bu'aalee Teeknoloojii Irraa Fayyadamoo Akka Ta'aniif.
CHAANAALII KANA IRRATTI BADHAASNI KAN JIRAATU YEROO:
SUBSCRIBER 1000 GEENYU (1K SUBS)
SUBSCRIBER 5000 GEENYU (5K SUBS)
SUBSCRIBER 10,000 GEENYU (10K SUBS)
.............................................
.............................................
.............................................
.............................................