Channel Avatar

ARARA TV WORLD WIDE @UC1ta4fZfYD7Lx5eG1fPNtbA@youtube.com

205K subscribers - no pronouns :c

More from this channel (soon)

Welcoem to posts!!

in the future - u will be able to do some more stuff here,,,!! like pat catgirl- i mean um yeah... for now u can only see others's posts :c

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 1 week ago

▶ Baga Gammaddan; Baga_Gammanne! | እንኳን ደስ አለን፤ እንኳን ደስ አላችሁ! | Congratulations! ▶
Chanaliin 'You tube' keenyaa, 'Subscriber' 200,000 Caalera!
የዩቲዩብ ቻናላችን 'subscribers' ከ200,000 አለፈ!
Our YouTube channel has exceeded 200,000 subscribers!

Jaallatamtoota Hordoftota Keenya Karaa Foddaa Televizhiinii, Fuula Feesbuukii, Marsariitiifi fi Yuutuubii keenyaa nu hordofuun, Hojii harka waaqayyoo fi babal'isuu wangeelaa hojjetaa jirru cina dhaabbachuu keessan, 'follow, like, comment, share fi subscribe' gochuu keessaniin mirkaneessataniin galatoomaa jechaa, 'You Tube subscribers'n keenya 200,000 caaluu isaa yeroo isiniif qoodnu gamachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.
Irra deebi'uun baga gammaddan; baga gammadne!

ውድ ተከታታዮቻችን፦ በቴሌቭዥን ስክሪን፣ በፌስቡክ ገፃችን፣ በድረ-ገፃችን እና በዩቲዩብ ገፃችን ስለተከታተላቹን እንዲሁም የእግዚአብሔርን የእጅ ስራና የወንጌልን ስርጭት መደገፋችሁን ገጾቻችንን፥ 'follow, like, comment, share ' እና 'subscribe' በማድረግ አጋርነታችሁን ስላረጋገጣችሁ እያመሰገንን፣ የዪቱብ ሰብስክራይበሮቻችን (You Tube subscribers) ቁጥር ከ200,000 ማለፋቸውን ስናበስር በታላቅ ደስታ ነው።
በድጋሚ እንኳን ደስ አላችሁ!

Dear followers: Thank you for watching your favorite TV channel, Arara Tv World Wide, and for following us on our Facebook page, website, TikTok, and YouTube! Likewise, it is our immense pleasure to acknowledge your support of the move of the hand of God and gospel expansion, as well as your confirmation of your partnership with us by following, liking, commenting, sharing, and subscribing to our pages. It is also with great joy that we announce to you that the number our YouTube Channel subscribers has surpassed 200K.
🎉 Congratulations Once Again!
@topfans Arara Tv World Wide

2.1K - 146

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 3 weeks ago

🌼BOR 🌼 ነገ 🌼 TOMORROW
Yeroo Waaqeffannaa Jala bultii simannaa bara Haaraa. /New Year's Eve Worship Service.
Oduu Gammachiisaa Jiraattota Magaalaa Naqamteefi Naannoo isheeti argamtan maraaf, Sagantaa keenya waaqeffannaa fi simannaa bara haaraa BOR Hagayya 23/2016 Sa’atti 6:00 eegalee gaggeeffamuuf qophoofnee jirra. Kottaa walii wajjin Waaqayyoon waaqeffataa gara bara haraatti haa ceenuu!
Yeroo sagantichaa jalqabu: 6:00 (W.B)
Teessoo: Galma Waaqeffannaa Waldaa Kirstaana Araara Waaqayyoo Addunyaa.

🌼 𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐟𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚, 𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐚 𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐭𝐚𝐚.🌼

Good news for Nekemte and its surrounding inhabitants!

We are ready for tomorrow's praise and worship at noon.
Come, let's worship together as we cross over to 2024.
Program kickoff time: 12:00 PM.
Address: Global Mercy of God Church Worship Hall.

🌼Invite your friends and family, and come beautified in your cultural attire.🌼

1.1K - 40

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 3 weeks ago

Tamsaasa Kallattii Karaa ZOOM
Waldaa Kiristiyaana Araara Waaqayyo Addunyaatii Sagantaan guyyaa Dilbataa kallattiidhaan waan darbaa jiruuf karaa ZOOM daawwachuu dandeessu.
⚠️Hub. Yeroo nu daawwattan viidyoo keessan banachuu hin irraanfatinaa.

JOIN ON ZOOM SERVICE
ZOOM ID: 3338921009
PASSWORD: arara@2024

የቀጥታ ስርጭት በZOOM
አራራ ዋቃዮ አዱኛ ቤተክርስቲያን የእሁድ አገልግሎት ፕሮግራም በቀጥታ እየተሰራጨ ስለሆነ በ ZOOM መመልከት ትችላላችሁ።

⚠️ማስታወሻ፡- ሲከታተሉ ቪዲዮዎን መክፈት አይዘንጉ።

Live Broadcast Via ZOOM
The Global Mercy of God Church Sunday’s program service is being broadcasting live and you can follow us on it now.

⚠️Note: Please, don’t forget to “On” your zoom camera as you watch.

1.2K - 53

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 1 month ago

☝️Karaan fayyinaa tokkichi sun Yesus Kiristosiin qofa!/ብቸኛው የመዳኛ መንገድ ኢየሱስ ክርስቶስ ነው።/ Jesus Christ is the only way of salvation.
📖Yohannis 14:6 Yesus deebisee, “Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu. ” /ዮሐንስ 14:6 ኢየሱስ እንዲህ አለው፤ «እኔ መንገድ፣ እውነትና ሕይወት ነኝ፤ በእኔ ካልሆነ በቀር ማንም ሰው ወደ አብ ሊመጣ አይችልም።»/John 14:6 Jesus said to him, “I am the way, the truth, and the life. No one comes to the Father, except through me. ” /
📖 Hoe 4:12/ የሐዋርያት ሥራ 4:12/ Acts 4:12/ “Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne” jedhe. / በሌላ በማንም ድነት የለም፤ ልንድንበት የሚገባ በሰዎች መካከል የተሰጠ ሌላ ስም ከሰማይ በታች የለምና።/ “There is salvation in no one else, for there is no other name under heaven that is given among men, by which we must be saved!”/

2.9K - 160

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 2 months ago

Waggaa dhibba tokkoo fi digdamii shan dura yeroo ibsaan Wangeelaa lafa Oromoo irratti hin ifin sana, yeroo dukkanni saba uffisee namni Waaqayyoo irraa fagoo sana, Waaqayyoo saba kana ifatti baasuuf karoora fayyina barabaraa ilma isaa Yesuus Kiristoosiin saba hundumaaf qopheesse bakkeetti baasuuf, Garbicha isaa Onesimoos Nasiibii yookin maqaa biraa Abbaa Gammachiis jedhamee waamamu Garbummaadhaan biyya ormaatti gurgurame bilisa baasee waa'ee saba Oromoo Lapheesaa akka dhuunfatu taasisuun halkanii fi guyyaa jireenya isaa godhatee akka inni Oromoo yaadu gochuun yeroo jalqabaaf bara 1998 macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee Oromoo saba ballaa Karoora fayyina barabaraa kana waliin akka wal argu taasise. Yeroo xumuraaf hiikee gaafa xumuru, "Amma badhaadhummaa guddaa eenyulle saba Oromoo harkaa fudhachuu hin dandeenye Waaqayyoo saba Oromoof kenneera." Jedhee dheebuu isa guddaa fi lapheessaa dhuunfatu argee gammachuudhaan dubbate, dhugumas kun saba Oromoof Misiraachoo isa guddaa fi hundumaa irra caaluudha. Macaafni keenya Macaafni Qulqulluunis waa'ee kanaa gaafa ibsu Isaayyaas 52:7 “Warri nagaa labsanii, fayyina abdachiisanii, "Waaqayyoon kee mo'eera" jedhanii, Xiyoonitti misraachoo himan, tulluu irraan mul'achuun isaanii maal maal nama gammachiisa!”
Harra kunoo macaafni Qulqulluun hiikamee saba Oromoo bira ga'uun waggaa 125 ta'uun sabni oromoo ballaanis ifa dinqisiisaa kana waliin wal arguun eebba jiraataa kanaan eebbifamaniiru. Yaadannoo hiikamuu macaafa qulqulluu gara Afaan Oromoo waggaa 125ffaa geenyee gaafa kabajannu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.

1.8K - 70

1K - 40

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 4 months ago

Cuuphaa
Gal. 3:27 “Warri Kristositti dabalamuudhaaf cuuphamtan Kristosin akka uffataatti uffattaniittu.” Waldaan Kiristaanaa Araara Waaqayyoo Adduunyaa barattoota barnoota amantii cimsannaa barsiisaa turte xumuursisuun marsaa 12 ffaadhaaf cuuphxeetti.
📖ገላትያ 3፥27 “ከክርስቶስ ጋር አንድ ትሆኑ ዘንድ የተጠመቃችሁ ሁሉ ክርስቶስን ለብሳችኋልና።”
አራረ ዋቀዮ አዱኛ ቤተክርስቲያን ተከታታይ የጥምቀት ትምህርት ስታስተምር የቆየችውን አስጨርሳ ለ12ኛ ዙር አጥምቃለች።
📖Galatians 3:27 (KJV) “For as many of you as have been baptized into Christ have put on Christ.”
Global Mercy of God church has finished teaching students of baptism school and baptized them for 12th round.

1.4K - 57

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 7 months ago

Baga Gammaddan! Congratulations! እንኳን ደስ አላችሁ!
Kiruuseedii Guddaa Magaalaa Adaamaatti
Kaawunsilii Waldaa Amantoota Baha Shawaatiin kan qophaa'e.
Guraandhala 08-10 Bara 2016 guyyoota 3'f gaggeeffama
Isa. 1:25 “ani si irratti harka koo ol nan fudhadha, akka nama sibiila qulleessuutti sin qulleessa, xurii kee hundumaas si keessaa nan baasa.”
Mata Duree Haareffama jedhuun kan Waaqayyo Dhalootaaf dibee isaan kaase Namni Waaqayyoo Raajii Masarat Taayyee Adda Dureen kan tajaajilan yommuu ta'u; akkasumas Soortuu Rattaa Esseyyee intajaajilu.
Guyyoota kanatti Wangeelli Mootummaa Waaqayyoo humnaan in lallabama; kanarraa kan ka’es dhukkuubsattoonni in fayyu, abaarsi in caba, eebbi guddaan biyyaaf in ta’a.
ታላቅ ኪሩሴድ በአዳማ ከተማ
በምስራቅ ሸዋ የወንጌል አማኞች ካዉንስል የተዘጋጀ
ከየካቲት 08-10 እስከ 2015 ዓ.ም. ለ3 ቀናት ይካሄዳል።
ኢሳይያስ 1፥25 “እጄን በአንቺ ላይ አነሣለሁ፣ ዝገትሽን ፈጽሜ አጠራለሁ፤ ጒድፍሽንም ሁሉ አስወግዳለሁ።”
መታደስ በሚል ርዕስ እግዚአብሔር ለትውልድ ቀብቶ ያስነሳቸዉ የእግዚአብሔር ሰው ነቢይ መሠረት ታዬ በቀዳሚነት የሚያገለግሉ ሲሆን፤ እንዲሁም መጋቢ ረታ እሰዬ ያገለግላሉ።
በእነዚህ ቀናት የእግዚአብሔር መንግሥት ወንጌል በኃይል ይሰበካል፤ ከዚህ የተነሳ ሕሙማን ይወሳሉ፣ እርግማን ይሰበራል፣ ለምድሩ ታላቅ በረከት ይሆናል።

1.4K - 57

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 8 months ago

Nagaan Waaqayyoo isiniif haa Baay’atu Saba karaa Arara Tv fi karaa youtube keenyaan nu hordoftan maraaf!
Sagantaan soomaafi kadhataa ji’a sadii sadiin gaggeeffamu Amajjii 06-09 bara 2016tti jechuunis gaafa Kibxataatii Hanga Jimaatti gaggeeffama. Sagantaa kun galgala galagala karaa Arara Tv fi youtube keenyaan kallattiidhaan waan darbuuf nu hordofaa nu waliin akka kadhattan dursinee jaalala Waaqaayyootiin isni beeksisna.

የእግዚአብሔር ሰላም ይብዛላችሁ በአራራ ቲቪ እና በዩቲዩብ ቻናላችን ለምትከታተሉን ሰዎች በሙሉ!
በየሶስት ወሩ የሚካሄደዉ የጾም እና የጸሎት ፕሮግራም ከጥር 06-09 2016 ዓ.ም. ማለትም ከማክሰኞ እስከ ዓርብ ይካሄዳል። ይህ ፕሮግራም በየምሽቱ በአራራ ቲቪ እና በዩቲዩብ ቻናላችን በኩል በቀጥታ ስለሚተላለፍ እየተከታተላችሁ ከእኛ ጋር እንድትጸልዩ አስቀድመን በእግዚአብሔር ፍቅር እንገለጽላችኋን።

1.2K - 94

ARARA TV WORLD WIDE
Posted 8 months ago

KAKUU JIRA | SENAYIT MULATU

51 - 0