"Subscribe,Follow,Like and Share are allowed for everyone who want to be our family and sharing this blessing from this media"
“Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna”
➥1Qor. 1:23.
“But We Preach Christ Crucified”
➥1Cor 1:23.
👉Kaayyoon Miidiyaa kanaa Dhaloota Dukkana Keessa jiran gara IFA Kristoositti Fiduu, Faarfannaa adda addaa akkasumas Barumsa hafuuraa kristiyaanota biraan gahuu fi Wangeela Mootummaa waaqayyo Lallabuudha.
➥Mat 28:18-20.
Subscribe,Like & Share godhaa!
Yaada keessanis karaa description box nu biraan gahuu dandeessu.
Eebbifamaa maatii jaallatamoo!