Channel Avatar

Qubee Tech Present @UCiJlQDNg8_D7q1LL7CVeO9A@youtube.com

3.1K subscribers - no pronouns :c

Anaa-dhufu! Chaanaliin Qubee Tech Present, akkuma maqaasaa d


About

Anaa-dhufu! Chaanaliin Qubee Tech Present, akkuma maqaasaa dhiheessaa odeeffannoo fi beekumsaa teeknoloojii ilaallatu bifa barsiisaa fi bohaarsaa ta'een bakka irraa argattanidha. Qabiyyeen suursagalee isin argachuu dandeessanis;
✔️ Barnoota waa'ee YouTube
✔️ Odeessa teenkoloojii fi adventure garaa garaa
✔️ Barnoota koorsii teeknoloojii
✔️ Marii fi af-gaaffi dhimmoota YouTube fi kaan ilaallatu
✔️ Malootaa fi karaalee online galiin argaman kan caqasuu fi
✔️ Yaada isin kennitan hundarrattis kan qopheessinu ta'e.
✔️ Irratti nu waliin hojjechuuf fedha fi hawwii yoo qabaattanis karri Qubee banaadha,
/
Kanaaf, chaanalii keessan kana jajjabeessuun guddifachuu hin dagatiinaa. Hamilee argachuun waa hunda caala!