Channel Avatar

Yoomiree Show @UC2-PYCP9b95cQhcVODC_2WA@youtube.com

3.4K subscribers - no pronouns :c

Baga Nagayaan gara giddu gala Chaanaala Yoomiree Show itti d


About

Baga Nagayaan gara giddu gala Chaanaala Yoomiree Show itti dhuftan.

Chaanaaliin kun, Goofatoota gaggabaaboo bifa diraamaatiin, taphoota bashannansiisoo barnoota dabarsu, walaloolee qabiyyee gara garaa irratti barreeffaman sagaleedhaan, Akkasuma Oduufi odeeyffannoo waayitaawoo dhugaarratti hundaawan, akkasumatti ammaas Odeeyffannoo Ispoortii biyya keessaa fi bahar gamaallee dabalatee, itti dabaluun haala oolmaya dhiyaa barii addunyaa hordofuudhaan, miidiyaa hojjachuuf jiru waan taheef, Chaanaala kana, #Subscribe, #Like, #Share fi #Commant godhuun akka nu cinaa dhaabbattan kabajaaf,Jaalalaan isin gaafanna.